Guddisa/Xiqqeessa barreeffamaa
Duuddaa gidduu sararootaa
Duuddaa gidduu jechootaa
Leenjiin kun Bu’uuraalee Aqiidaa Islaamaa fi Maddoota isii, Sadarkaalee amantii, Utubaalee Iimaanaa, Hiikkaa Tawhiidaa fi Ulaagaalee isaa, Maqoolee Rabbii gaggaarii fi Sifoota Isaa, akkasumas Hiikkaa Muhammad ﷺ Ergamaa Rabbii ta’uu ragaa ba'uu barsiisa. Leenjiin kun Barnoota 12 kan of keessaa qabu yoo ta’u, viidiyoo, sagalee fi faayiloonni PDF ni argamu.