خيارات التسجيل

دورة العقيدة - الشيخ علي جما

Leenjiin kun Bu’uuraalee Aqiidaa Islaamaa fi Maddoota isii, Sadarkaalee amantii, Utubaalee Iimaanaa, Hiikkaa Tawhiidaa fi Ulaagaalee isaa, Maqoolee Rabbii gaggaarii fi Sifoota Isaa, akkasumas Hiikkaa Muhammad ﷺ Ergamaa Rabbii ta’uu ragaa ba'uu barsiisa. Leenjiin kun Barnoota 12 kan of keessaa qabu yoo ta’u, viidiyoo, sagalee fi faayiloonni PDF ni argamu.

الانضمام الذاتي (طالب)